Skip to content
zeno
Create a Station
Explore
Religious
Music
News
Podcasts
Bible
By Genre
By Location
By Language
Download App
Opens in a new window
Toggle Sidebar
zeno
SBS
SBS Afaan Oromoo
Daily News
Oromo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Website
Episodes
Episodes
265
10 September 2026
Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turtei- obo Baarentoo Gadaa
Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway...
8 min
10 September 2026
How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE
Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti...
6 min
02 September 2026
Bonus Practice: #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala Dabalaa: #116 Tajaajila ogeessa beeyladaa
Practise speaking the dialogue from episode #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala dabalaa #116 kana irraa jechoota waliin dubbatnaa keessatti dhageessan hedduu barattu.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
15 min
02 September 2026
Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained
If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka...
11 min
26 August 2026
#116 Visiting a vet (Med) - #116 Tajaajila ogeessa beeyladdaa- Learn English
Learn English useful for talking about your sick pet. Practise everyday phrases for explaining when an animal is not eating, drinking, or acting normally. - Beeylada manaa keessan tajaajilchiisuuf yeroo deemtanitti afaan dubbannaa keessan fooyyeffachuuf jechoota haaraa baradhaa. Keessattuu yeroo beeyladni keessan waa nyaachuu ykn dhuguu didan, ykn amala addaa agarsiisan jechoota itti...
15 min
26 August 2026
Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained
Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka...
10 min
19 August 2026
Bonus Practice: #115 Working on the side (Med) - Shaakala Dabalaa: #115 Hojii sutataa(dabalaa) hojjechuu (Med)
Practise speaking the dialogue from episode #115 Working on the side. - Qophii #115 kana caqasuun jechoota haaraa barattu. Waliin dubbannaa hojii sutataa(dabala hojii) kan dhaabbataa irratti qaban biratti hojjetan ilaalchisee namootni haasawan caqasuun jechoota hedduu barachuu dandeessan.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode,...
4 min
19 August 2026
What are the rules for taking photos in Australia? - Australia keessatti suuraa kaafachuuf seera akkamtu jira? - Australia Explained
Whether you’re new to taking photographs, a social media content creator or a professional photographer, it’s important to be aware of where you can and can’t take photographs. Here’s what to consider before you take that perfect photograph, legally. - Suuraa kaasuuf haaraa yoo taate, qabiyyee miidiyaa hawaasaa uumuu ykn ogeessa suuraa kaasu yoo taate, bakka suuraa kaasuu dandeessu fi hin...
10 min
12 August 2026
What are my rights if stopped by police in Australia? - Australia keessatti yoo poolisiin na dhaabe mirgootni koo maalfaa dha? - AE
Police officers have a range of operational powers they can exercise under legislation, including to ask questions, give ‘move on’ directions and conduct searches. Here’s what you need to know about your basic rights and obligations in a police interaction. - Poolisootni aangoo hojii seera jalatti fayyadamuu danda'an adda addaa qabu, kanneen akka gaaffii nama gaafachuu, kallattii ykn qajeelfama...
12 min
12 August 2026
#115 Working on the side (Med) - #115 hojii sutataa(dabalaa) (Med)
Learn English useful for talking about side hustles and earning extra income. Practise everyday phrases for describing additional work, managing responsibilities, and talking about money. - Namootni baayyeen hojii dhaabbataa isaanii biratti hojii sutataa ykn dabalaa cinatti ni hojjetu. waa'ee hojii dabalataa kanaan galii argachuu ilaalchisee waliin dubbatamu kana irraa afaan Inglishii keessan...
13 min